Fana: At a Speed of Life!

Kantibaawwan 200 ol piroojektoota agarsiiftuu milkaa’inaa magaalichatti hojjetaman daawwatan

Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Kantibaawwan magaaloota Ityoophiyaa 200 caalaan piroojektoota agarsiiftuu milkaa’inaa magaalaa Finfinneetti hojjetaman daawwataniiru.

Magaaloota badhaadhaan uumuuf Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waliin mari’achuun kallattii yeroo itti aanuu fudhanneera jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Piroojektoota eegaluu qofa osoo hin taane aadaa fi hojmaata yeroon xumuruu uumuu dandeenyerra jedhan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.