Fana: At a Speed of Life!

Kilabni Kubbaa Miilaa Hambariichoo Duraameen gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddate

Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Bara 2006 kan hundaa’e Kilabni Kubbaa Miilaa Hambariichoo Duraameen gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddachuu mirkaneeffateera.

Kilabni magaalaa Shaashamannee fi Baankii Daldala Ityoophiyaa kilaboota bara kana gara Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaatti guddachuu mirkaneeffatan ta’uun isaanii kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.