Fana: At a Speed of Life!

Kiristiyaanoo Roonaaldoon Kilabii Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makamuuf waliigale

Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Kiristiyaanoo Roonaaldoon Kilabii Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makamuuf waliigaluu gabaafamaa jira.

Akka gabaasa Miraariifi Deeyilii Meeyilitti Kiristiyaanoo Roonaaldoof waggaatti kaffaltiin yuuroo miliiyoonni 173 kan kaffalamu yoo ta’u,  addunyaarra taphataa kaffaltii guddaan kaffalamuuf ta’a jedhameera.

Kiristiyaanoo Roonaaldoon kilabichaaf waggaa lamaafi walakkaaf taphachuuf waliigaluu ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.