Fana: At a Speed of Life!

Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ boruu gabaarra ni oola – Dooktar Abiy

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ boruu gabaarra kan oolu ta’uu beeksiisan.
Kitaabni Daandii Ida’amuu Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraan qophaa’e guyyaa boruu gabaarra ni oola jedhan.
Kitaabni kun dhimmoota hedduurratti hubannoo ni laata jedhaneen amana jedhan Dooktar Abiy Fuula Tiwiitarii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.