Fana: At a Speed of Life!

Komishiniin poolisii naannoo Kibbaa uffannaa seeraa humna addaa poolisii jijjiirrufi

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Komishiniin poolisii naannoo Kibbaa uffannaa seeraa humna addaa poolisii jijjiirruf ta’uu ibsameera.

Koomishinichi uffaannicha guyyaa har’arraa eegalee hojiirra kan oolchuu ta’uu ibsameera.

Uffanni seeraan kun waggoota kudhaniif kan tajaajilee wan ta’eef sababnii jijjiirramuusaaf tokkoo yoo ta’uu, ufffannichi sababoota garagaraatin miseensoota humna aaddaa keessaa ba’aaniif harka namoota hedduu keessaa akka galuu taasiseera jedhame.

Uffaanni seeraa kun qulqulliinaan oomishamee miseensoota ni qaqqabaa jedhameera.

Getaachoo Mula’ataatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.