Fana: At a Speed of Life!

Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’aan 157 Maqalee ga’aaniiru

Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Guyyaa kaleessaa Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’aan 157 Maqalee ga’uu Qulqulleessi raga labsii yeroo aarifachiisaa ibse.

Deeggarsoonni meeshaalee nyaata ta’aanii fi hin taanee meeshaalee barbaachisoon kan fe’aan konkolaattoonni, dhaabbata nyaata addunyaarra, UNICEF fi UNFPA, dhaabbata mootummoota gamtoomanii akkasumas dhaabbilee miti mootummaa taasisaan kan haammatameedha.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.