Fana: At a Speed of Life!

Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela Haawuusoong 8 jedhamu furgugsite

Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela Haawuusoong 8 jedhamu milkiin furgugsuu beeksiifte.
Misaa’eelli kun karoora waraanaa waggaa 5 keessaa isa tokkoo fi dandeettii loltummaa biyyattii kan guddisu ta’uu Miidiyaan biyyattii gabaaseera.
Misaa’eelli biyyattiin amma furgugsite Haawuusoong 8 misaa’eela guddaa addunyaa 3ffaa ta’uu ibsameera.
Dandeettiin waraanaa biyyattii boqonnaa murteessaarra ga’uu kan agarsiisu ta’uu Kooriyaa Kaabaatti xinxaalaan siyaasaa Ankiit Poondaan ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.