Fana: At a Speed of Life!

Kurmaana jalqabaatti galiin Birrii biiliyoonni 93 ol walitti qabame

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana kurmaana jalqabaatti galiin Birrii biiliyoonni 93 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.

Bara kana kurmaana jalqabaa qaraxa biyya keessaa fi alaarraa galiin Birrii biiliyoonni 93 ol walitti qabamuu Ministeerichatti Itti gaafatamaan adeemsa Karoora, Hordofii fi Gamaaggamaa Obbo Tamasgeen Tasammaan ibsaniiru.

Galiin kun baajata bara darbeen wal bira qabamee wayita madaallame Birrii biiliyoona 23 ol caalmaa qabaachuu ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.