Fana: At a Speed of Life!

Lakkoofsi dhukkabsattoota Covid -19 dachaan dabaluu ibsame

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Baatiwwan lamaan darbanitti lakkoofsi dhukkubsattoota Covid -19 dachaan dabaluu hoggantoonni giddugala Wallaansa dhibichaa ibsaniiru.
 
Yeroo ammaa kutaan yaalla wallaansa cimaa guutuu Itti Gaafatamaan Giddugala Yaala Covid -19 Barkumee Dooktar Wulataaw Caannee ibsaniiru.
 
Kan baatii tokko dura tureen yoo madaallame dachaa 10 dabaleera jedhan.
 
Yeroo ammaa lakkoofsi dhukkubsattootaa haala nama naasiisuun dabalaa dhufuu Hospitaala Eekkaa Kotabeetti Daayreektarri Meedikaalaa Giddula Yaala Covid -19 Dooktar Naatinaa’eel Bakiratsiyoon dubbataniiru.
 
Yeroo tokkotti dhukkubsattoonni hanga 30 ta’an kutaa Wallaansa cimaa kan seenaan ta’uu eeraniiru.
 
Sisaay Geetinnatiitu gabaase.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.