Fana: At a Speed of Life!

Lakkoofsi namoota covid-19n qabamanii dabaluun, tajaajjilli fayyaa hammaa baachuu danda’uu olidha- Waldaalee Ogummaa Fayyaa

Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) – Waldaalee Ogummaa Fayyaa lakkoofsi namoota covid-19n qabamanii guyyaadha guyyaatti dabaluun, tajaajjilli fayyaa hamma baachuu danda’uu oli ta’uubeeksise.
Torbeewwan dhiyoo asi lakkoofsi namoota covid-19n qabamanii fi kutaa wal’aansa cimaa galanii dabalaa jira.
Kanuman walqabachuun waldichi biyyoota birootti kan uumamee vaayrasiin haaraan gara Ityoophiyaa galuuf carraa qabaachuu waan danda’uuf qorannoon taasifamuu akka qabu waamicha dhiyeesseera.
Tattamsa’ina isaa ugguruuf ofeeggannoo ittisa vaayrasichaaf taasifamuu hojiirra ooluu akka qabamuu eereera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.