Fana: At a Speed of Life!

Lammiilee naannoo Hararii qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5 taasifame

Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Lammiilee gocha shororkeessaa ABUT’n naannoo Hararii irraa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 3.5 taasifamuu ibsameera.

Deeggarsicha gurmaa’iinsa dubartootaa naannoo Oromiyaa fi Hararii dabalatee gurmaa’iinsa dubartoota magaalaa Dirree Dawaan taasifamuu ibsameera.

Deeggarsi taasifame kun meeshaalee nyaataa fi kanneen biroo ta’uu ibsameera.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.