Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 326 Saa’ud Arabaiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) -Lammiileen Ityoophiyaa 326 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyya deebi’aniiru.
Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an bakka bu’aa Daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaan simatamuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.