Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa 452 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Lammileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 452 gara biyyaa deebi’aniiru.
 
Hojii lammiilee kanneen gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiruun guyyaa har’aa daa’imman 120 dabalatee lammiileen 452 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’uu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.