Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Balallii marsaa sadiin Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 148 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.

Deebitoota kanneen keessaa 12 daa’imman yoo ta’an, kumni 1 fi 136 ammoo dhiiroota ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Dubratootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Hanga ammatti hojii Lammiilee gara biyyaa deebisuu raawwatameen Ityoophiyaanoonni kumni 16 ol gara biyyaa deebi’aniiru.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.