Fana: At a Speed of Life!

Maaraatoon Mootars konkolaattota elektiriikan hojjetan gabaadhaf dhiyeessufi

Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Maaraatoon Mootars konkolaattota guutummaan elektiriikan hojjetan biyya keessatti hojjechuu eegaluufi.

Dhaabbatichi baatiiwwan sadan itti aananitti konkolaattota guutummaan elektiriikan hojjetan biyya keessatti hojjechuu kan eegalu ta’uu beeksiseera.

Guyyaa har’aas gosoota konkolaataa haaraa 3 ( Paalseed, Atoozii fi konkolaataa fe’umsaa EX8 kaargoo) gabaadhaf dhiyeessuusaa ifoomsera.

Dhaabbatichi qaamota konkolaattota Kooriyaa Kibbaa gara biyya keessaa galchuudhan, biyya keessatti oomishee gabaadhaf dhiyeessaa jira.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.