Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta’uu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise.

Manneen barnootaa hunda keessatti torbeen barnootaa Fulbaana 24- 28, 2014tti kan gaggeeffamu ta’uu biirichi ibseera.

Onkololeessa 1, 2014 barnoonni kan eegalu yoo ta’u,Gurraandhala 21 -25, 2014tti boqonnaa Seemisteera 1ffaa ta’uu himeera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.