Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Hawaasatti galiin Birriin biiliyoonni 1.7 walitti qabame

Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Magaalaa Hawaasatti bara baajataa xumurametti galiin Birrii biiliyoona 2 walitti qabuuf karoorfamee Birrii biiliyoonni 1.7 walitti qabamuu ibsameera.
 
Galiin bara baajataa 2013 keessa walitti qabame isa bara 2012 irra Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 45n caalmaa qabaachuu himameera.
 
Bara baajataa 2014 Birrii biiliyoona 2.6 walitti qabuuf karoorfamee hojiitti galamuu ragaan Kominikeeshinii Mootummaa magaalichaarraa argame ni muul’isa.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.