Fana: At a Speed of Life!

Magaalaan Kombolchaa, Dasee, Garbaa, Qarsaa,Baatii fi Dagaan harka diinaa jalaa bilisooman

Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) – Magaalaan Kombolchaa, Dasee, Baatii Garbaa, Qarsaa fi Dagaan harka diinaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Adda waraanaa Harbuun ammoo aanaan Qaalluu guutumaa guutuutti humnoota waloo nageenyaa to’atamuu ibseera.
Humni waloo nageenyaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu oppireeshinii duula tokkummaa sabdaneessaa gaggeesseen garee shororkeessaa ABUT fi waahillan isaa barbadeessuu fi hedduu isaanii booji’aa jiraachuu Tajaajjilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera.
Harcaatoota humnoota diinaa faana dhahuun haleelaa jiraachuu himeera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.