Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannoo Afaar baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 8.8 raggaasiise

Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 11ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa har’a gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 8.8 raggaasiise.

Baajatichi deeggarsa mootummaa federaalaa, deeggarsa alaa fi galii naannichaa walitti qabamurraa argachuuf yaadamee kan qophaa’ee ta’uu ibsaniiru.

Baajanni mirkanaa’e rakkoolee fayyaa fi bishaan dhugaatii, akkasumas dhaabbilee nageenyaa jajjabeessurratti kan xiyyeeffatu ta’uu ibsameera.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.