Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Amaaraa baajata bara 2014f Birrii biiliyoona 80 ol raggaasise

Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni maree naannoo Amaaraa yaa’ii xumuraa marsaa 5ffaa, bara hojii 7ffaa, gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 80 fi miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 4 fi kuma dhibba 6 fi kuma 66 ol raggaasisuu ibsameera.
Baajatichi fayyadamummaa haqa qabeessa fi hundagaleessa hawaasaa mirkaneessuuf kan oolu ta’uu hogganaan Biiroo walta’iinsa Maallaqaa fi Diinagdee naannichaa Dooktar Xilaahuun Mahaarii ibsuu AMCn gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.