Fana: At a Speed of Life!

Manni marichaa buqqaatoota deeggaruuf koree maallaqa walitti qabu hundeesse

Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Dhimoota Islaamummaa Ityoophiyaa namoota sababa waraanaan qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an deeggaruuf koree maallaqa walitti qabu hundeessuu beeksiseera.
Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Muftii hajii Umar Idiris qaamoleen wal waraanaa jiran nagaa akka buusan waamicha dhiyeessaniiru.
Namoota miidhaman gargaaruuf qaamni hundi tumsa taasiisuu akka qabu dhaamaniiru.
Lakkoofsa herreegaa deeggarsa kanaaf baankoota shanitti karaa seeraa qabeessa ta’een banamaaniin qaamni hundi waan danda’u hundaan tumsa taasiisuu akka qabu gaafataniiru.
Manneen amantaa,manneen barnootaa sababa waraanaan miidhamanii fi buqqaatoota deeggaruuf karoorfamuu ibsuu isaanii OBN gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.