Fana: At a Speed of Life!

Mariin qaamolee nageenyaa naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Amaaraa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 22, 2015 (FBC)- Nageenya waaraa naannawichaa itti fufsiisuuf waltajjin marii qaamolee nageenyaa naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Amaaraa Magaalaa Chaagniitti gaggeeffamaa jira.

Waltajjin marichaas naannoleen lameen naannawaa waldaangessanitti nageenyaa fi waliin jireenya ummatootaa ittifufsiisuuf kan kaayyeffateedha jedhameera.

Nageenyaa waloo fi fayyadamummaa misoomaa ummatootaa itti fusiisuuf qaamolee nageenyaa sadarkaa olaanoo hanga aanaalee sakatta’uun kallattii waloo ni akeekuun kan eegamu ta’uu ragaan kominikeeshinii Godina Matakkala irraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.