Fana: At a Speed of Life!

Ministiroonni Ministeera Alaa Gaaboonii fi Kootdivaar Finfinnee galan

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Gaaboon Mubeelat Buubeeyaa fi Ministirri Ministeera Alaa Kootdivaar Kaandiyaa Kaamsookoo Kaamaaraa walga’ii Mana Maree Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministiroonni kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Daayreektera Jeneraalaa dhimmoota Prootokoolii obbo Faayisal Aliyyiin simatamuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.