Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Fayyaa Dooktar LiyaaTaaddasaa miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa Waldiyaa fi Qobbootti yaalamaa jiran daawwatan

Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Ministirri Fayyaa Dooktar LiyaaTaaddasaa miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa Waldiyaa fi Qobbootti yaalamaa jiran daawwatan.
Ministirri Fayyaa Dooktar LiyaaTaaddasaa miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa Waldiyaa fi Qobbootti yaalamaa jiran daawwataniiru.
Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa dabalatee,Ministir Deettaa Nageenyaa aadde Fireealam Shibaabbaaw fi Raayyaa Ittisaa Biyyaatti hoogganaa Qajeelcha Olaanaa Fayyaa Meejar Jeenaraala Xigaabuu Yilmaa waliin ta’uun miseensoota Raayyaa Ittisaa Biyyaa Waldiyaa fi qobbootti yaalamaa jiran daawwataaniiru.
Hoogganttoonni kunneenis ummataa Waldiyaa fi Qobboo Raayyaa Ittisaa Biyyaaf deeggarsa taasisaaniif galateeffataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.