Fana: At a Speed of Life!

Miseensonni Poolisii Godina Shawaa kibba lixaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)-Miseensonni Qajeelchaa poolisii godina Shawaa Kibba Lixaa Raayyaa Ittisa Biyyaa ergama walabummaaf wareegama kanfalaa jiruuf dhiiga arjoomaniiru.
Miseensonni Qajeelcha poolisii godina Shawaa kibba lixaa fi gaggeessittoonni Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.
Ajajaan Qajeelcha Poolisii godina Shawaa Kibba lixaa Komaandar Guddisaa Bayyeeraa fedhii fi kutannoon Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa dhaabbachuuf miseensota isaanii bira jiru kan daraan nama boonsu ta’uu himuun, fakkeenyummaan kun iddoowwan biroottis baratamuu akka qabu dhaamaniiru. OBN
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.