Fana: At a Speed of Life!

Misensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa haala yeroo irratti mari’achaa jiru

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Misensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa haala yeroo irratti mari’achaa jiru.

Miseensonni mana marichaa dhimmoota yeroo diinagdee, siyaasaa, nageenyaa fi tasgabbiirratti mari’achaa jiraachuu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.