Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad daawwannaa Aljeersi xumuruun gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaa magaalaa Aljeersitti taasiisaa turan xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Jilli isaaniin durfamu Aljeersitti daawwannaa hojii fi dhimmoota waloorratti marii adda addaa gaggeessaa turuun isaanii kan yaadatamuudha.
Daawwannaa isaaniin Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdal Majid Taabuun waliin mari’ataniiru.
Warshaa qorichaa Saayidaal kan magaalaa guddoo biyyattiitti argamuu fi Golaambaa wareegamtootaa daawwatanii turan.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.