Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii gaggeeffamerrattii hirmaatan

Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii magaalaa Moqaadishootti gaggeeffamaa jirurratti hirmaataniiru.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waltajjii Naannawaa Baha Afrikaa Somaaliyatti gaggeeffamurratti hirmaachuufhar’a ganama magaalaa Moqaadishoo galuun kan yaadatamuudha.

Loltoota Ityoophiyaa Al Shabaab waraanaa jiran waliinis mari’atanii turan.
#MMItyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.