Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ergamaa Addaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad guyyaa har’aa Ergamaa Addaa Pireezidaantii Sudaan Kibbaa waajjira isaaniitti simachuun waliin mari’achuu beeksisaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.