Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Gola Hambaa Saayinsii Ityoophiyaa eebbisiisan

Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gamoo boca amartii fi hanqaquu qabaatee ijaarame Giddugalli Gola Hambaa Saayinsii Ityoophiyaa eebbisiisaniiru.

Golli Hambaa Saayinsii kun ogummaa fi qaroomina ijaarsaa kan mul’iseedha jedhame.

Ijaarsi Gamichaa lafa karee meetira kuma 15 ol irra kan qubatee ta’uu fi meetira 132 bal’ina qabaachuu eerameera.

Alaazar Taaddalaatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.