Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimad Itti aantuu Daayrektara Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 11, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Itti aantuu Daayrektara Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

MM Abiy Ahimad,yaa’ii Afrikaa 36ffaa cinaatti itti aantuu Daayrektara Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Kaatiriin Pii waliin dhimmoota raawwii waliigaltee nageenyarratti mari’achuu isaanii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin himaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.