Fana: At a Speed of Life!

MM Abiy Ahimadiifi Obbo Dammaqaa Makonnin  Jigjigaa galan

Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Dammaqaa Makonnin Yaa’ii Koree Hojii Raawwachiistuu paartichaarratti hirmaachuuf Jigjigaa galan.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimadiifi Obbo Dammaqaa Makonnin  wayita buufata Xiyyaaraa Garaad Wiil Waal ga’an Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Muhaammadiifi hoggantoonni olaanoon naannichaa biroon simannaa taasisaniifiiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.