Fana: At a Speed of Life!

MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantootaa naannoo Amaaraa waliin mari’ata

Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantootaa naannoo Amaaraa waliin dhimmoota garaagararratti mari’ataniiru.
 
Kilaastera qonnaa, misooma naannichaa fi oomishtummaa haala guddisuun danda’amurratti mari’ataniiru.
 
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa Paarkii Indaastirii Bahaar Daar erga eebbisiisanii Proojaktii Gorgoraa daawwachuun isaanii kan yaadatamuudha.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.