Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan bu’uura seeraa biyyattiitiin dhaabbilee deeggarsaa waliin hojjeta- Amb. Shifarraa

Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)-Komishinarri Koomiishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Shifarraa Takilamaariyaam mootummaan Itiyoophiyaa yeroo hunda Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa (USAID) waliin bu’uura seeraa biyyattiin hojjechuuf kutannoo qabaachuu ibsan.

Hoggantoonni Komishinichaa Itiyoophiyaatti Daayrektaraa Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa Ramadaman Iskoot Hooklandar, itti aantotaa fi Daayrektara Waajjira Deeggarsa Namoomaa Dhaabbatichaa Deeniis Istooraa waliin mari’ataniiru.

Marii isaaniinis, dhiyeessii deeggarsa namoomaa fi dhimmootaa mudachaa jiran irratti mari’achuu ragaan koomiishinicharraa argame ni mul’isa.

Ambaasaaddar Shifarraan gama isaaniin mootummaan yeroo maraa haala baratameen, imaammatootaa fi bu’uuraa seeraa biyyattiin Dhaabbata Deeggarsaa Ameerikaa (USAID) waliin hojjechuuf kutannoo qabaachuu mirkaneessaniiruu.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.