Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Jaappaan Ityoophiyaaf meeshaalee yaala Fayyaa adda addaa deeggarsa taasiise

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Ityoophiyaaf meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 78tti tilmaamamu deeggarsa taasiisuu ibsame.

Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan  Ittoo Taakaakoon deeggarsicha Ministira Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaaf laataniiru.

Maashinni socho’aan Eksiree, Altiraasaawundii, Sireewwan Hospitaalaa fi meeshaaleen yaala fayyaa biroo deeggarsicha keessatti kan hammataman ta’uu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.