Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti Bunni seeraan ala socho’aa ture kuntaalli 510 to’atame

Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Magaalaa Shaggaritti Bunni seeraan ala konkolaattoota lamaan socho’aa ture kuntaalli 510 to’atameera.
Bunni Sanada Sobaan Konkolaattoota lamaan socho’aa ture kuntaalli 510 Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti to’atamuu Ajajaan Qajeelcha Poolisii Kutaa magaalaa Furii Komaandar Fufaa Magarsaan Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif himaniiru.
Bunichi Godina Buunnoo Beddellee ka’uu isaa eeraniiru.
Bunnichis Konkolaattoota waliin to’annoo jala ooluun qorannoon gaggeeffamaa jiraachuu kaasaniiru.
Taarik Addunyaatu gabaase.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.