Fana: At a Speed of Life!

Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa Riizoortii Halaalaa Keellaa ifatti fudhate

Finfinnee, Caamsaa 24, 2015 (FBC) – Piroojektii Maaddiin dhalootaaf Muummee Ministiraan hojjetamaa jiran keessaa qaama tokko kan ta’e Riizoortiin Halaalaa Keellaa Mootummaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaaf dabarfameera.

Naannichi har’a Riizoorticha ifatti Waajjira Muummee Ministiraa harkaa fudhateera.

Mootummaan naannichaa moggaasaa Maqaa ‘Halaalaa Keellaa Riizoorti’ jedhuun Loojii Paaraadaayiz, Waldaa dhuunfaa Itti gaafatamummaan isaa murtaa’ee Riizoortii fi Manaajimantii Hoteelootaa waliin waliigaltee mallatteessuu ragaan Waajjira Muummee Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.