Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Affaar adda waraanaa Barihaalleetti miseensoonni gareen shororkeessaa ABUT fi meeshaaleen waraanaa booji’aman

Finfinnee, Hagayya 23, 2013 (FBC)- Naannoo Affaar adda waraanaa Barihaalleetti miseensoonni gareen shororkeessaa ABUT fi meeshaaleen waraanaa booji’amaniiru.
Meeshaalee booji’aman keessaa Bireenii, Kilaash Koovii fi raasasannoo lakkoofsaan heddummaatan keessaatti argamu.
Bulchaan aanaa Baarihaallee obbo Ibraahim Usmaan turtii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet waliin taasisaaniin, jiraattoonni naannichaa ummaattoota olla naannoo Tigraay waliin hariiroo gaarii akka qaba ibsaniiru.
Yaa ta’uu malee gareen shororkeessaa ABUT aanichaatti qonnaan bultootarratti haleellaa raawwachuun lammiileen nagaan qe’eesaaniirra buqqa’uudha kan himan.
Dubbi himaan garichaa Geetachoo Raddaa Baarihaaleen to’annee jirraa jechuun odeeffannoo sobaa tamsaasuus naannichaatti humni adda naannoo Affaar injifannoo galmeessisaa jiraachuu ibsaniiru.
Geetaasaaw Yaashiwaashtu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.