Fana: At a Speed of Life!

Naannoo baadiyyaa Ityoophiyaatti anniisaa haaromu dhiyeessuuf deeggarsi Doolaara miiliyoona 1 argame

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Inistiityuutiin Rook Maawunteen jedhamu naannoo baadiyyaa Ityoophiyaatti anniisaa haaromu dhiyeessuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 1 argachuu beeksise.
 
Deeggarsichi Faawundeeshinii IKEA Neezarlaand jedhamurraa kan argame ta’uu Intiityuutichi ibseera.
 
Deeggarsi argame misooma diinagdee hawaasa baaddiyyaa gidduuf shoora qabaachuu Inistiityuutichi himeera.
 
Faawundeeshinichi dhiyeessii anniisaa haaromuu dhiyeessii humna elektirikaa waliin qindeessuun bu’aa qabeessummaa giddisuuf kan hojjetu ta’uu ibsameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.