Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti hiriirri guddaan balaaleffaannaaa garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Adooleessa 20, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti hiriirri guddaan balaaleffaannaaa garee ABUT fi deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffameera.
‘Ityoophiyaan moo’atteerti, gara Fuulduraas ni moo’atti, Raayyaa Ittisaa cinaa jirra, kabajni Raayyaa Ittisaa lubbuu isaa wareegaa jiruuf’ mata dureewwan jedhuun dhageessiisaniiru.
Hidha Haaromsaa hanga xumuraatti deeggaruun ni milkeessina jedhan Hiriirtoonni kunneen.
Jiraattoonni kunneen Istaadiyeemii Imaam Ahimadiitti argamuun sagalee isaanii dhageessisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.