Fana: At a Speed of Life!

Naannoo hospiitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabe

Finfinnee, Sadaasa 7, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee naannoo hospitaala Zaawdituutti balaan ibiddaa qaqqabeera.

Balichi daandii Shaaraatani gara ambaasaaddar  geessutti addabaabaayii cinatti kan argamuu kaaffeerratti qaqqabuu ibsameera.

Hojjattoonni Komishiini Hoggansa Sodaa Balaa magaalaa Finfinnee bakka balichaatti argamaniiru.

Ka’umsa balichaa fi odeeffaannoo bal’dhaan  akka nu qaqqaabeen ni dhiyeessina.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.