Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti eebbi proojektoota marsaa 2ffaa gaggeeffamuufi-Obbo Addisuu

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti eebbi proojektoota marsaa 2ffaa akka gaggeeffamu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan himaniiru.

Obbo Addisuun fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, proojektoota xumuraman ni eebbisiisna, ganna kana keessa proojektoota haaraa hedduus ni eeggalchiifna jedhaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.