Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Oromiyaatti lafti hektarri kumni 500 sanyiin qamadiin uwwifameera-BQO

Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Naannoo oromiyaatti Lafti hektaarrii kumni500 ol qamadiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.

Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaan Oromiyaatiin durfamu Aanaa Doddotaatti qonnaan bultoota waliin qamadii facaasaniiru.

Akka Oromiyaatti bara kana lafa hektaara miliyoona tokkorratti Bonaan qamadii misoomsuuuf karoorfamee, hanga ammaatti lafti hektaarri kuma 700 oli qophaa’uun, hektaarri kuma 500 oli immoo faca’uu Obbo Geetuun ibsuuniiru.

Qonnaan bultoonni hojii qamadii alaa galu hambisuun, alatti erguuf kaka’umsa olaanaadhaan halkaniifi guyyaa hojjetaa jiru jedhan

Itti Gaafatamaan Waajjira Qonnaa Godina Arsii Obbo Gannaa Mohaammed godichatti barana qamadii lafa hektaarri kumni 34 faca’uu himaniiru.

Habtaamuu Takilasillaaseetu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.