Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Somaaleetti piroojektoonni dandamannaa hongee fi horsiisa loonii ammayyeessu ifooman

Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti piroojektoonni dandamannaa hongee fi gabaa horsiisa loonii ammayyeessan Doolaara miiliyoona 161 ifoomaniiru.

Piroojektoonni kunneen maallaqa deeggarsa Baankii Misooma Afrikaa fi Baankii Addunyaan hojiirra kan oolaan ta’uu eerameera.

Baankiin Addunyaa Doolaara miiliyoonna 115 fi Baankiin Misooma Afrikaa Doolaara miiliyoona 46 deeggarsa taasiisuu himameera.

Piroojektichi Horsiisee Bultoota godinaalee naannichaa keessatti argaman hunda fayyadamoo kan taasiisu yoo ta’uu,Horsiisee Bultoonni miiliyoonni 4.5 fayyadamoo ta’u jedhame.

Maddi:- TOI

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.