Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658’f dhiifama taasise

Finfinnee, Ebla 9, 2016 (FBC)- Naannoon Giddugaleessa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 658’f dhiifama taasisuu Pireezidaantiin Naannichaa Indaashaawu Xaasawu beeksisan.

Sirreeffamtoonni dhiifamni taasifameef Ayyaana Iid Alfaxiir 1445ffaa darbee fi Ayyaanaa Sooma Hiikkaa (Faasikaa) dhufu sababeeffachuun ta’uu himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.