Fana: At a Speed of Life!

Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona 105 Raayyaa Ittisaaf akaakuu fi maallaqaan deeggarsa taasiise

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Naannoon Sidaamaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 5 Raayyaa Ittisaaf akaakuu fi maallaqaan deeggarsa taasiiseera.
Naannichi Birrii miiliyoona 80 maallaqaa fi meeshaalee Birrii miiliyoona 25tti tilmaamamu akaakuun deeggarsa taasiisuu Preezdaantiin naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddamoon ibsaniiru.
Deeggarsichi kutaalee hawaasaanaa naannichaa garaagaraarraa walitti qabamuu ibsameera.
Qaamolee deeggarsa kana taasiisan hunda galateeffataniiru.
Kan danda’e adda waraanaatti akka duulu, kan adda waraanaatti duuluun hin dandeenye ammoo waan danda’uu deeggarsa taasiisuun biyya baraaruu akka qaban waamicha dhiyeessaniiru.
Taammiraat Bishaawutu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.