Fana: At a Speed of Life!

Namoonni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa qabatanii socho’aa turan to’ataman

Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa iddoolee garaagaraatti namoonni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa kuma 5 ol qabatanii socho’aa turan 4 to’atamaniiru.
Komishinii Gumrukaa damee Kombolchaatti namoonni dhuunfaan rasaasa Kilaash Koovii kuma 5 fi 106 miidhaan nyaataa waliin makuun fe’anii imalaa turan 2 to’atamuu ibsameera.
Bulchiinsa saba Waag Himraa aanaa Dahaannaattis namoonni dhuunfaan rasaasa Kilaash Koovii 456 karaa seeraan alaa sochoosaa turan 2 to’atamuu poolisiin aanichaa beeksiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.