Fana: At a Speed of Life!

Namoota 111 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa magaalaa Finfinnee beeksise

Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 111 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.

Magaalichaatti namoonni vaayrasichaan qabaman 2479 ga’eera.

Namoonni haaraan 41 dandamataniiru.

Namoonni 2 ammoo lubbuun darbaniiru.

Magaalichatti weerarri dhibee Covid -19 daraan hammaachaa jiraachuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.