Fana: At a Speed of Life!

Obbo Abbaay Walduu dabalatee hoggantoonni garee ABUT Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 3, 2013 (FBC) – Obbo Abbaay Walduu dabalatee hoggantoonni olaanoon garee ABUT tibbana to’annoo jala oolaan Finfinnee galan.
Preezdaantii duraanii naannoo Tigraay obbo Obbo Abbaay Walduu fi Dooktar Abrahaam Takastee dabalatee hoggantoonni olaanoon garee Juuntaa tibbana too’annoo jala oolaan Finfinnee galuu ibsameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.