Fana: At a Speed of Life!

Obbo Awwal Aarbaan abbootii qabeenyaa naannichaa waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa hojjetamaa jiruu fi rakkoolee muudataa jiran ilaalchisee abbootii qabeenyaa naannichaa waliin mari’ataniiru.

Rakkoolee Abbootii qabeenyaa naannichaa hojiilee invastimantiirratti bobba’an muudatan furuuf hojjetaamaa jiraachuu Obbo Awwal Aarbaan kaasaniiru.

Waldhabdee hawaasa naannichaa fi Invastaroota gidduutti uumamu furuun hojiileen misooma qonnaa akka hin gufanne hojjechuun murteessaa ta’uu dubbataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.